House and Building Sale

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabbii Bahaa Gamoo abbaa darbii lamaa fi lafa jala tokko (B+G+2) kan ta'e Gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii 1ffaa

R/Himataa Sisaay Yaadatee fi R/Himatamtoota Asraat Jambar, Immabeet Siyyuum, Heelan Katamaafaa N-3 jidduu falmii waa'ee raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee qabeenya murtiin abbaa idaa kan ta'e, Gamoo abbaa darbii lamaa fi lafa jala tokko (B+G+2) kan ta'e,Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Bulchiinsa Aanaa Badhaatuu keessatti ballina M² 262.30 irratti argamu,Lakk. Kaartaasaa 2323/2001 kan ta'e,maqaa Obbo Hayiluu Sabsibeetiin galmaa'ee jiru,gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 7,534,837n gaafa 14/3/2019 sa'aatii 2:30 - 4:00tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaadan gatii ka'umsaa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun ykn cheekii baankiidhaan mirkanaa'e dhiyeessuudhaan waraqaa eenyummaa keessan ibsu qabachuudhaan galmaa'uun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabbii Bahaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-11-23
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-11-23 10:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabii Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 29, 2026)
  • Posted at: 2026-10-30T07:30:25.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders