House and Building Sale

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Lixaa Oromiyaatti Dhaddacha Dhaabbii Magaalaa Naqamtee fi Naannawa Ishee mana jireenyaa Gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa

R/Himattoota Obbo Yohaannis Taaffasee fa'aa N-2 fi R/ Himatamtoota Faxxanee Rattaa fa'aa N-5 gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee raawwii himatamtoonni idaa itti murtaa'e kaffaluu waan barbaadaniif mana jireenyaa raawwiin himatamaa 1ffaa Faxxanee Rattaa kan ta'e Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Daargee Ganda 02 keessatti argamu, gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 4,000,000.00(Miliyoona Afuriin) gaafa 22/03/2019 sa'aatii 3:00 - 600tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuun qaamaan argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Lixaa Oromiyaatti Dhaddacha Dhaabbii Magaalaa Naqamtee fi Naannawa Ishee

 


Tender details

  • Deadline: 2026-12-01
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-12-01 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Lixaa Oromiyaatti Dhaddacha Dhaabbii Magaalaa Naqamtee fi Naannawa Ishee
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 29, 2026)
  • Posted at: 2026-10-30T08:00:26.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders