House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beelsisa caalbaasii
M/A/Mirgaa obbo Geetinnat H/Mikaa'eel fi M/A/Idaa Bashiir Gammachuu jidduu falmii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dirree Nagayaa keessatti maqaa Murtii Abaa Idaatiin galmaa'ee argamu, Lakk. Kaartaasaa 5021/2008 kan ta'e, gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 19,671,893.00n gaafa 21/03/2019 sa'aatii 3:00 - 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii %25 CPO qabsiisuun iddoo manichi argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-11-30
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-11-30 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 29, 2026)
- Posted at: 2026-10-30T08:03:34.000Z
- Source: Qelal Tenders