Equipment and Accessories

Naannoo Oromiyaatti Godina Kibbaa Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Sabba Boruu meeshalee Hojii Mootummaatiif Manichaaf Barbaachisa Meeshaalee dhaabbii, Meeshalee Elekitirooniksii, Meeshaalee dhumoo, uffataa seera, Furnicheri fi kkf. bara bajaata 2019 tiif c

Description

Beeksisa Caalbaasii

Naannoo Oromiyaatti Godina Kibbaa Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Sabba Boruu meeshalee Hojii Mootummaatiif Manichaaf Barbaachisa Meeshaalee dhaabbii, Meeshalee Elekitirooniksii, Meeshaalee dhumoo, uffataa seera, Furnicheri fi kkf. bara bajaata 2019acccc tiif caal-baasii ifaatiin wal-dorgomsisee bituu barbada. Kanafuu caal-baasii irrattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, akkatuma armaan gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandetu.\

1.  Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanitin heyyamaa daldalaa isaan seera qabeessa ta'ee gibira hojii Bara 2019 Kan ittin kaffalan eyyama daldala bara 2019 kan haromfate

2. Dorgomtooni dhiyaatan galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galmaa'uu isaanitiif raga dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba. ta'u qaba.

3. Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifni Kun Gaazexaa Kallalcha oromiyaatiin ba'ee eegalee guyyaa hojii 15 keessatti Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruutti dhiyaatee qarshii hin deebine 100 (Dhibbaa) qofan bitachuu ni danda'u.

4. Dorgomaan kamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan oolu CPO Baankiin kan mirka'ee 5,000 (kuma shan )qabsiisu kan danda'u.

5. Dorgomtootni Meeshaawwan qulqulina qaban dhiyeessuu danda'u ta'u qaban.

6.Sanadaa Caalbaasii kan haqamaa fi laaqama kan hin qabne poostaa orjiinalaa fi koopii isaa kan hin banamne samiin saamsamee guyyaa gazeexaan kun bahee irraa kaase guyyaa hojii 16 keessattii Mana Murtii /A/S/Boruutti dhiyeessu qaba.

7. Sanduqii Caalbaasii kan cufamu guyyaa Gaazexaan bahee irraa kaase guyyaa hojii 16ffaa sa'atii 4;30 irraattii sanduqaa qophaa'eettii galee guyyuma kana sa'atii 5;00 irraattii bakka dorgoma ykn bakka bu'oonnii seera qabeessummaa qabani fi koreencaalbaasii Aanaa jiranitti MM /A/S/Boruutti ni banama.

8. Mo'ataan Caal Baasiitiif qarshiin kan kaffalamuuf Meeshaalee Mana Kuusaa Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruu Moodela 19 erga galchee fi nagahee Seera qabeessa erga dhiyeesseen booda kan kaffalamuuf ta'a.

9.Mo'ataan caal-baasii meeshalee ittiin mo'atee hundaa hangaa M/M Aanaa Sabbaa Boruuttii dhiyeessuu qaba.

10. Afaan caal-baasichaa Afaan Oromoo tiin.

11. Waajjiricha filannoo fooyya'e yoo argatee caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan Kan eegame dha. Odeeffannoo dabalataaf Lakk.Mobile 0916311867ykn 0928577409

Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruu


Tender details

  • Deadline: 2026-11-16
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa Sa,aatti 4:30tti
  • Bid opening: 2026-11-16 11:00
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa Sa,aatti 5:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruu
  • Bid bond: Qarshii 5000.00
  • Bid document price: Qarshii 100.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 29, 2026)
  • Posted at: 2026-10-30T09:05:26.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders