House and Building Sale
Mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddaa Kombolchaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa She/Maamuud Eda'oofi M/A/Idaa Tonnee Ankuushee gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Bulbulaa Ganda 01 keessatti ballina M² 351 irratti argamu,gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 7,912,17n gaafa 18/03/2019 sa'aatii 3:00 - 5:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 qabattanii dorgomuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddaa Kombolchaa
Tender details
- Deadline: 2026-11-27
- Bid closing time: 11:00
- Bid opening: 2026-11-27 11:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Adaamii Tulluu Jiddaa Kombolchaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 05, 2026)
- Posted at: 2026-11-06T06:54:48.000Z
- Source: Qelal Tenders