House and Building Sale
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Taaddalach Yilmaafi Murtii A/Idaa Aadde Seenaa Yilmaa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhakaa Adii keessatti maqaa Obbo Wandosan Taaddasaatiin galmaa'ee ballina M² 105 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 1328/2001 kan ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,855,597.04n gaafa 19/03/2019 sa'aatii 3:30 - 6:00tti caalbaasiiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamu Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhakaa Adiitii guyyaafi sa'aatii jedhametti qaamaan argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
Tender details
- Deadline: 2026-11-28
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-11-28 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 05, 2026)
- Posted at: 2026-11-06T06:57:38.000Z
- Source: Qelal Tenders