House and Building Sale
Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas mana qorqorroo gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Dhaabbata Maayikiroo Faayinaansii Makiliit fi R/himatamtoota Dinqee Kabbadaa, Dabbabaa Kabbadaa gidduu falmii jiru ilaalchisee mana qorqorroo raawwii abbootii idaa Magaalaa Tulluu Araaraa keessatti ballina M²323 irratti argamu, lakk.kaartaasaa TF/00/529/2015 kan ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 602,200n gaafa 21/03/2019 caalbaasiin waan gurguramu gatii ka'umsa caalbaasii %25 CPO qabsiisuun dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas
Tender details
- Deadline: 2026-11-30
- Bid closing time: 17:00
- Bid closing (note): 21/03/2019
- Bid opening: 2026-11-30 17:00
- Bid opening (note): 21/03/2019
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 05, 2026)
- Posted at: 2026-11-06T07:09:03.000Z
- Source: Qelal Tenders