Finishig Works
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Melkaa Bal'oo yeroo ammaa kana ho- jii qulqullinan Fooyyesuu fi rakkoo jiru bu'ura irraa hiikuuf Ijaarsa Bara baajata 2019 tii bajaata idileen piroojectii hojechisuuf caal- basii kontractaroota BC/GC-4 Isaa ol hayaama ijaarsa gam
Description
Beeksisa Caal-baasii
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Melkaa Bal'oo yeroo ammaa kana ho- jii qulqullinan Fooyyesuu fi rakkoo jiru bu'ura irraa hiikuuf Ijaarsa Bara baajata 2019 tii bajaata idileen piroojectii hojechisuuf caal- basii kontractaroota BC/GC-4 Isaa ol hayaama ijaarsa gammoo qa- baan kan hojii Ijaarsa asiin gadii irratti dorgomsiisuun hojjachiisu barbaada.
|
Lakk |
Abbaa pirojektii |
Maqaa Pirojectii |
Iddoo itti hojetamuu |
Gosa Pirojectii |
BAY II NAA |
BID BOND AMOUNT (BIRR) |
TURTII PIRO-JEC-CTICHA |
|
1
|
W/Qonnaa fi La- faa/A/M/ Bal'oo |
Ijaarsa keella faayya Beey-ladaa Type-B |
Gan-daa Ifaa bas |
gaammoo
|
1 |
400,000
|
365
|
Ulaagaalee Dirqaama Dorgomtoonni guutuchu qaban.(must meet criterian)
|
Lak. |
Gosa raga |
Ragaa dhiyaatu |
Ibsa |
|
1 |
Waraqaa ragaa Qaama seerummaa
|
Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroom- famee dhiyaate. |
Dorgommii gamaaggama tekinikaatti dar buudhaaf
Ulaagaaleen kunneen ilaal chisee ragaan gaafatame guu tummaa guutu- utti dhiyaachuu qaba.
Interpiraayiziin kana hunda hin guutin dor- gomiidhaan ala taasifama.
|
|
2 |
Hayyama daldalaa seera qabeessaa
|
Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhi- - heeffachuu qabu. Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu- fi Ogummaa Sadarkaa Sadark- aan jiran irraa kennamu dhiy-- eessuu qabu |
|
|
3 |
Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu
|
Waraqaa ragaa dhiyeessum- maa Biiroo Maallaqa Oromi- yaa ykn Qaama inni bakka buu- seerraa kennamu dhiyeessuu qabu. |
|
|
4 |
Waraqaa ragaa dhiy-eessummaa
|
Waraawqa raga dhiyeesumaa birro maalaaqa oromiyya ykn qama inni bakka bunssera kaanamu dhiyessu qebu |
|
|
5 |
Waraqaa ragaa ga- humsaa ibsu
|
Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiy- eetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu i raa dhiyaatu. |
|
|
6 |
Ragaa VAT/TOT/
|
Ragaa VAT yookiin TOT Ab- baa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu |
|
|
7 |
Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa
|
Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiw- wanii irraa kan kennamu (In- terpiraayizii haaraa yoo ta'e haaraa ta'uu isaa yookiin gibi- ra kaffaluuf kan hin qaqqabne ta'uu ragaa dhiyeeffachuu gabu) |
|
|
8 |
Bittaa mootum- maa irraa kan hin dhorkamne ta'uu
|
Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta'u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaga Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu. |
1. Waldaa YKN koontaractaroota Gc/Bc-4 isaa ol hojii ijaarsa ga- moo, irrattii Waraqaa ragaa gahumsa ogummaa (certificate of competency) seeraa qabeessaa bara 2019 haroomee ykn haarawa kan qabu.
2. Hayyamaa daldalaa bara 2019 haroomee ykn haarawa kan qabu. ,Hayyama vatii("VAT") kan qabuu.
3. Gibira bara 2018 kan kafalan fi ragaa ittiin kaffalan dhiyeefachuu kan danada'an.
4. Bittaa si'a tokko waldaa tokkoof kenname irratti waldichi hojii kennameef parsantii 95 xumuru isaa raga abba piroojectii irraa dhiyeefatuu malee hojii biraaf dorgomuu hin danda'u.
5. Waldaayni sababaa hojii ijaarsaa kanameef harkiseen ykn ya- roo jadhameetii keessatii xumuruu dadhabuun akeekkachiisa ykn komii kan qaban yoo jiraatan dorgomii alaa taasisaa.
6. Dargomaan ragaa sobaa yoo dhiyeeffate dorgommii alaa ta'a.
7. Dokumentiin caalbaasii kun guyyaa caalbasii baayee irraa eegalee guyyaa hojii 16f saa'atii 4:00tti saanduuqa caalbaa- sif qophaa'eetti galii kan ta'uu Teekinika orijinaala, Gatii orijinaalaa fi CPO erga cuqqalamee booda, poostaa tok- kotti cuqqalamuu qaba,Teekinika koopii i Gati koppin ko- pha-kophaatti erga cuqqalamee booda poostaa tokkotti cuqqa- jamuu qaba. Dokumantii tokkoo tokko isaa irratti orijinalaa fi koppii jachuun irrattii barreessuun(katabuun) maqaa fi iddoo piroojakti,abbaa piroojakti,chappaa fi bilbilaa waldaa gubbaa qamaa ivooloppii guddichaa irrattii katabuun dirqa- maa. xalayaa wabummaa fi teeknikaa hundii koppattii sam- samee poostaa dookumantii orijinaalaa keessaa galchuu qabdu.
a. Kabachisaa caalbasii CPO qarshii oliiti tuqamee kun GC/BC-4 FI Isaa oliif yoo bankii seraa qabesaa irraa dhiyeetuu qabaa.
b. Dorgoomaan kamiyyuu ragaalee hin haqamnee fi dogongoor- sisuu hin dandeenyee dhiyeefachuu qaba.ragaa sobaa fi wan- tootnii ifaa hin taaneen dogongoorsuu yaaluun guutumaa gu- tuuttii dorgoomii alaa nama taasisaa.
c. Dorgoomtoonii guyyaa beeksisnii caalbaasii kun qileensaa ir- raa oolee eegalee sa'aattii motummaattii guyyaa wixata hangaa jimataati waajjira Mallaqaa Aanna melkaa baaloo Kutaa bittaa lakk_qarshii hin deebinee 5000 (kumaa Shan qofa) kafaluun bitachuu ni danda'uu.
d. Sanadnii caalbaasii guyyaa 27/02/2019 A.L.H irraa eegalee hangaa 17/03/2019 sa'aatii 8:00 tii sanadaa galchuu ni dan- da'uu.
e. Sanadichi caalbaasii guyyuma kana 17/03/2019 sa'aatii 8:30 irratii bakkaa dorgoomtootnii ykn bakkaa bu'ootnii seera qa- beessa ta'aan argamaniti ni banama.yoo dorgoomtootnii wal- akaa fi isa ol argaman caalbaasiichaa banuun ni danda'amaa ammoo yoo doroomtootnii argamuu batan koreen caalbaasii banuuf wantii dangeessuu hin jiruu.
f. Guyyaan caalbaasii banamuu yoo guyyaa hojii alaa ta'ee caal- baasichii guyyaa ittii anuutii sa'aatii walfakkataatii kan sam- samuu fi banamuu ta'aa.
8. Piroojaktichii yeroo ittii xumuramuu guyyaa kalandaraa waag- ga tokko ykn 365( guuyaa dhiibba sadiif jahatamii shaan qo- faa).
9. Bu'aan caalbaasii ergaa beekamee mo'ataan addaan bahee guyyootaa hojii shani(5)keessatii waligalteen kan seenamuu ta'aa.
10. Waajjiri Abbaa piroojectii haala mijataa fi filannoo addaa ta'ee yoo argatee osoo mo'ataan addaan hin bahin dura caalbaasi- chaa guutumaa guutuutii ykn gartokkeedhan haquuf mirgaa guutuu qaba.
11. Dorgomaan calalamee Dokimeentii mo'ataa tahuun isaa xa- layaadhaan beeksifame guyyoota hoji shan/05/keessatti qa- amaan dhiyaatee mana hojii wajiin waligaltee mallatteessuun irraa eegama.
12. Hojiin ijaarsaa caalbaasiin irrattii ba'e kun waliigaltee raawwa- tee akkataa sanada calbasii keessatti ibsaamee xummuuu kan dandau.
13. Waldaalcen dogoggora saamsuu ragaalee irratti argame dor- gomin alaa ta'a.
14. Hojiin kunii kan ilaalatu waldaalee /kontraktara GC/BC-4 Fi isaa ol kan hojii Konisitirankshinii irratti gurmaa'an yoo tau, haaluma Dambij Carraa Hojii Uumuuf Ogummaa Naan- noo Oromiyaa Diriirsuuf bahe Lakk:-226/2014 qajeelfarmaa Abbaan Taayitaa Konsitraakshinii Bulchiinsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.07/2015 baaseen ta'a.
15. Bu'aan caal-baasii erga beekkamee moo'ataan addaan ba- hee guyyoota hojii shan (5) keessatti walii galteen kan seenamu ta'a.
16.Waajjirichi haala miijataa fi filannoo adda ta'e yoo argate osoo mo'ataa addaan hin bahin dura caal-baasicha guutumaa guututti ykn gar-tokkeedhaan haquuf mirga guutuu qaba.
Waajjira Maallaqaa Aanaa Malkaa Bal'oo
Tender details
- Deadline: 2026-11-26
- Bid closing time: 14:00
- Bid opening: 2026-11-26 14:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Malkaa Bal'oo
- Bid bond: Qarshii 400,000.00
- Bid document price: Qarshii 5000.00
- Published on: Addis Zemen (Nov 06, 2026)
- Posted at: 2026-11-06T07:55:31.000Z
- Source: Qelal Tenders