Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Mootummaa Konkolaattotaa,Motorsaayikiloota fi Maashinaroota gosa addaa addaa tajaajilaan alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaa/ Magaalaa fi Aanaatti argaman Caal-baasii Ifaadhaan dorgomsiisee

Description

Beeksisa Caal-baasii Ifaa Gurgurtaa Lakk. 09/2018 Marsaa Jalqaaf bahe

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Mootummaa Konkolaattotaa,Motorsaayikiloota fi Maashinaroota gosa addaa addaa tajaajilaan alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaa/ Magaalaa fi Aanaatti argaman Caal-baasii Ifaadhaan dorgomsiisee gurguruu barbaada. Dorgomtoonni caalbaasicha irratti dorgomuu barbaaddan guyyaa beeksifni kun gaazexaa irratti bahee eegalee hanga Eebla 25/2018tti sanada caalbaasii bitachuu kan dandeessan yemmuu ta'u: -

1. Teessoon Ejensichaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Lidetaa, Hospitaalaa Baalchaa duuba/Hospitaala Poolisii Itiyoophiyaa fuuldura Gamoo Caffee Aannanii, Daarektoreetii Bittaa, Faayinaansii Bulchinsa Qabeenyaa Ejensichaa Darbii 3ffaa (3rd Floor) Biiroo Lakk-03 dhihaachuun Qarshii 400.00 /Dhibba Afur/kan hin deebine kaffaluun sanadicha Darbii 3ffaa (3rd Floor) Daareektoreetii Tilmaama Gatii fi Gurgurtaa Qabeenyaa Biiroo Lakk-02 irraa fudhachuu dandeessu.

2. Sanada caalbaasii bitachuu kan dandeessan guyyoota hojii yeroo hunda ganama sa'a 2:30-6:30 fi sa'a booda 7:30-10:30 tti qofa dha.

3. Haala qabeenyichaa ilaalchisee hanga Eebla 25/2018tti guyyoota hojii yeroo hunda ganama sa'a 2:30-6:30 fi sa'a booda 7:30-10:30 tti qofa haala sañada caalbaasii keessatti ibsameen bakka qabeenyichi argamutti dhihaachuun ilaaluu ni dandeessu

4. Dorgomtoonni sanada yaada dorgommii ykn gatii guyyaa beeksifni kun bahee kaasee hanga Eebla 26/2018tti sa'aa 5:00 W.D poostaa (envelop) saamsameen dhiheessanii saanduqa Ejensiin caalbaasichaaf qopheesse keessa galchuu qabu.

5. Caalb.aasichi Eebla 26/2018tti Sa'aa 5:00 W. D tticufamuun guyyuma sana sa'aa 5:15 W. D bakka dorgomtoonni ykn. bakka buutonni seera qabeessa isaanii argamanitti ifaan ni banama.

6. Dorgomtoonni gatii Ka'umsa Sanada Caalbaasii irraa dhibbeentaa digdama (20%) kabachiisa Wabii caalbaasii C.P.O baankiin Mirkanaa'e Maqaa Mana Hojii Oromia Public Procurement & Property Disposal Agency qopheessuun poostaa gaaffii yaada dorgommii gophaa'e keessa galchuun dhiyeessuu qabu.

7. Manni hojichaa filannoo biroo yoo argate caalbaasicha gar-tokkeen ykn guutummaan guutuutti haquuf mirgi isaa kan eeggamedha.

CPO Hojjechiisuuf

Oromia Public Procurement & Property Disposa Agency

Fifnfinnee

የኦሮሚያ : ብሔራዊ ክልላዊ ( መንግትየመንግስትግዥ ንብረት ማስወገድ ኤጀንሲ

ፊንፊኔ

Odeeffannoo dabalataa Lakk Bilbiluun 011-1-15-57-70-27'n bilbiluu hubachuun ni danda'ama


Tender details

  • Deadline: 2026-05-04
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid opening: 2026-05-04 11:15
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Oromia Public Procurement and Property Disposal Agency
  • Buyer address: Sarbet, Kera road, In front of Pushkin square on Bethlehem Building 3rd floor
  • Bid bond: 20%
  • Bid document price: Qarshii 400.00
  • Published: Apr 09, 2026
  • Posted at: 2026-04-17T07:44:42.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders