Mana Murtii Aanaa Lumee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Obbo Gaaddisaa Akkaawaaqifi M/A/ Idaaa Obbo Sintaayyoo Alamuu jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhakkaa Adii keessatti argamu ,kaartaa Lakk. BO/DH/AD/726/17 iddoo cittu addaa OR001151406019 maqaa murtii abbaa idaa 2ffaa Obbo Joonsee Kabbadaatiin galmaa'ee argamu, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,507,481.28n gaafa 24/08/2018 sa'aatii 3:30 - 6:00tti caalbaasiin waan ifaatiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun iddoo caalbaasii gaggeefamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Lumee
Tender details
- Deadline: 2026-05-02
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-05-02 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Lumee
- Bid bond: 25%
- Published: Apr 09, 2026
- Posted at: 2026-04-17T07:51:59.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.