Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii

M/A/Mirgaa Obboo Shifaa Sayiidifi M/A/Idaa Fadilaa abtee Jidduu falmii Jiru ilaalchisaa mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa Keessatti Maqaa M/A/Mirgaa Obbo Shifaa Sayiiditiin Galmaa,ee argamu, Lakk.kaartaasaa 6897/96 kan ta,e gatii ka,umsa caalbaasii qarshii 7,912.748.66/100n gaafa 17/08/2018 sa,aatii 3:30-6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka,umsa caalbaasii ¼ CPO isaa qarshii 1,978,187.165 qabsiisuun bakka manichi argamutti qaamaan argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta,uu manni murtii ajajeera. M/M/O/Magaalaa Adaamaatti 

Mana Murtii  Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa


Tender details

  • Deadline: 2026-04-25
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-04-25 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Apr 09, 2026
  • Posted at: 2026-04-17T08:28:39.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders