Manni Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii Marsaa 1ffaa

Raawwiin himattoota 1ffaa Mihiret Siraabizuu 2ffaa Maskaram Siraabizuu 3ffaa Roomaan Siraabizuu 4ffaa Sillaas Siraabizuu 5ffaa Alamituu Gammachuu fi 6ffaan Abiraam Siraabizuu fa'aa N-6 fi raawwin himatamaan Alammayyoo Gammachuu gidduu falmii raawwachisaa murtii jiru ilaalchisee raawwin himatamaan bu'uura murtii murta'een waan hin raawwanneef mana jireenyaa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsaa Calalaqii ganda 03 keessatti kan argamu ka'umsa caalbaasii gatii qarshii 1,242,750.45tiin gaafa 28/08/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti Caalbaasiin dorgomsifamee waan gurguramuuf kan bitachuu barbaaduu gatii ka'umsaa armaan olitti ibsameen 1/4 CPO qabsiisuun dhiyaachuun guyyaa ibsameetti qaamaan bakka mannichi kun argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Manni Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-05-06
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-06 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Manni Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Apr 16, 2026
  • Posted at: 2026-04-17T09:14:02.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders