Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Caalbaasii
R/himataa Mulgeetaa Waagayyoo fi R/himatamaan 1ffaa Dirribsaa Kabbadaa 2ffaa Masarat Gaddafaa gidduu falmii hariiroo hawaasaa raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa lafaa kaareemeetira 288.991 irraatti ijaaramee jiru Kutaa Magaalaa Buraayyuu Aanaa Ejeersa Gooroo keessa jiru koodii addaa cittu lafaa OR007010211010 kan ta'e maqaa R/himatamaa 1ffaa Obbo Dirribsaa Kabbadaa Abdiitiin galmaa'ee jiru ka'umsa caalbaasii qarshii 1,034.530.10tiin gaafa 17/09/2018 sa'aatii 3:00-6:00 caalbaasiin waan gurguramuuf namni bitachuu barbaadan qamaan dhiyaachuun kabachiisa calbaasii 1/4 qabsiiftan bitachuu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
Tender details
- Deadline: 2026-05-25
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-05-25 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
- Bid bond: 25%
- Published: Apr 23, 2026
- Posted at: 2026-04-24T07:53:58.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.