Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

R/himataan Tashoomaa Daggafaafi R/himatamtoota 1ffaa Sannaayit Hayilamikaa'eel 2ffaa Obbo Masfin Hayilamikaa'eel jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Siidaa keessatti maqaa duutuu Aadde Mastaawot Kabbadeetiin galmaa'ee ballina M2140 BMG/624/2002 irratti argamu, Lakk.Kaartaasaa kan ta'e, R/himataafi R/himatamaan akka addaan qooddatan waan murtaa'eef gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,625,989.40tiin gaafa 20/09/2018 sa'aatii 4:00-6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO ykn maallaqa callaa qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu beeksisaa, mo'ataan caalbaasichaa gatii caalbaasii ittiin mo'ate guyyaa caalbaasii mo'aterraa kaasee guyyaa 10 keessatti guutuutti galii gochuu akka qabu manni murtii ni beeksisa.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan


Tender details

  • Deadline: 2026-05-28
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-05-28 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Galaan
  • Bid bond: 25%
  • Published: Apr 23, 2026
  • Posted at: 2026-04-24T07:58:47.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders