Mana Murtii O,aanaa Magaalaa Shaggar mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Caalabaasii Marsaa 1ffaa

R/himattoota Aadde Yetimwarqi Yeneenah N-4 f R/ Himatamaa Obbo Salamoon Yeneeneh jidduu falmii raawwii jiruu ilaalchisee mana jireenyaa Kutaa Magaalaa Galaan aanaa Galaan Keessatti argamu ,Lakk.Kaartaa isaa BMG/1338/2001 ta,e maqaa Aadde Xoophiyaa G/Goorgiisiin galmaa,ee jiru ,gatii ka,umsa caalbaasii qarshii 2,000,000n gaafa 15/09/2018 sa,aatii 3:30-6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaadddan kabachiisa caalbaasii CPO ¼(20%) qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta,uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii O,aanaa Magaalaa Shaggar

 


Tender details

  • Deadline: 2026-05-23
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-23 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii O,aanaa Magaalaa Shaggar
  • Bid bond: ¼ (20%)
  • Published: Apr 23, 2026
  • Posted at: 2026-04-24T08:28:04.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders