Beeksisa Caal-baasii Ifaa Gurgurtaa LaKonkolaattotaa fi Motorsaayikiloota gosa addaa addaa tajaajilaan alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaal Magaalaa fi Aanaatti argaman Caal-baasii Ifaadhaan dorgomsiisee gurguruu barbaada.
Description
Beeksisa Caal-baasii Ifaa Gurgurtaa Lakk. 10/2018 Marsaa Jalqaaf bahe
Buichiinsa Mootummaa Oromiyaatti Ejensiin Bittaa fi Dhabamsiisa Qabeenya Mootummaa Konkolaattotaa fi Motorsaayikiloota gosa addaa addaa tajaajilaan alaa Sadarkaa Biiroo /Godinaal Magaalaa fi Aanaatti argaman Caal-baasii Ifaadhaan dorgomsiisee gurguruu barbaada. Kanaafuu; dorgomtoonni caalbaasicha irratti dorgomuu barbaaddan guyyaa becksifni kun gaazexaa irratti bahee eegalee hanga Caamsaa 13/2018tti sanada caalbaasii bitachuu kan dandeessan yemmuu ta'u: -
1. Teessoon Ejensichaa Finfinnee. Kutaa Magaalaa Lidetaa, Hospitaalaa Baalchaa duuba/Hospitaala Poolisii Itiyoophiyaa fuuldura Gamoo Caffee Aannanii, Daarektoreetii Bittaa, Faayinaansii fi Bulchinsa Qabeenyaa Ejensichaa Darbii 3 (3rd Floor). Biiroo Lakk-03 dhihaachuun Qarshil 400.00 /Dhibba Afur/ kan hin deebine kaffaluun sanadicha Darbii 3 (3rd) Floor) Daareektoreetii Tilmaama Gatii fi Gurgurtaa Qabeenyaa Biiroo Lakk-02 irraa fudhachuu dandeessu.
2. Sanada caalbaasii bitachuu kan dandéessan guyyoota hojii yeroo hunda ganama sa a 2:30- 6:30 fi sa'a booda 7:30-10:30 ti qofa dha.
3. Haala qabeenyichaa ilaalchisee hanga Caamsaa 13/2018tti guyyoota hojii yeroo hunda ganama sa'a 2:30-6:30 fi sa'a booda 7:30-10:30 ti qofa haala sanada caalbaasi keessatti ibsameen bakka qabeenyichi argamutti dhihaachuun ilaaluu ni dandeessu
4. Dorgomtoonni sanada yaada dorgommii ykn gatii guyyaa beeksifni kun bahee kaasee hanga Caamsaa 14/2018tti sa'aa 5:00 W.D poostaa (envelop) saamsameen dhiheessanii saanduqa Ejensiin caalbaasichaaf qopheesse keessa galchuu qabu
5. Caalb.aasichi Caamsaa14/2018tti Sa'aa W.D 5:00 tticufamuun guyyuma sana 5:15 W.D bakka dorgomtoonni ykn. bakka buutonni seera qabeessa isaanii argamanitti ifaani ni banama
6 Dorgomtoonni gatii Ka'umsa Sanada Caalbaasi irras dhibbeentaa digdama (20%) kabachiisa Wabii caalbaasil C.P.O baankiin Mirkanaa'e Magas Mana Hoju Oromia Public Procurement & Property Disposal Agency gopheessuun poostaa gaaffii yaada dorgomma qophaa'e keessa galchaun diycessuu qabu
7. Manni hojichan filannoo biroo yoo wgate caulhaasicha gar-tokkeen ykn gutummaan gutui haqouf mirgiis kan eeggameda
CPO Heechuf
Ormia Public Procurement & Property Disposal Agency Fifnfinnee
የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግትየመንግስት ግዥና ንብረት ማስወገድ ጀንሲ ፊንፊኔ
Odeeffannoo dabalataaf lakk.bilbiluun 011-1-15-57-70-27,nbilbiuun hubachuun ni danda,ama bulchiinsa motummaa naannoo oromiyaatti ejensiin bittaa fi naannom oromiyaatti ejensiin bittaa fi dhabamsiisa qabeenya mootummaa
Ormia Public Procurement & Property Disposal Agency Fifnfinnee
የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግትየመንግስት ግዥና ንብረት ማስወገድ ጀንሲ ፊንፊኔ
Tender details
- Deadline: 2026-05-22
- Bid closing time: 11:00
- Bid opening: 2026-05-22 11:15
- Region: Oromia
- Publishing entity: Oromia Public Procurement and Property Disposal Agency
- Buyer address: Sarbet, Kera road, In front of Pushkin square on Bethlehem Building 3rd floor
- Bid bond: 20%
- Bid document price: Qarshii 400.00
- Published: Apr 23, 2026
- Posted at: 2026-04-24T08:52:58.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.