Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Mana Jireenyaa gurguruu barbaada
Description
Beeksisa Caalbaasii
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu'uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti jiruun caalbaasii ifaan gurguruu barbaada
|
T/L
|
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa Wabii
|
Damee
|
Ibsa Addaa Qabeeya Wabummaan qabsiifame |
Ka'umsa gatii Caalbaasii
|
Guyyaa fi sa'aa Caalbaasichaa
|
Marsaa Caalbaasii e
|
|||
|
Teessoo
|
Lakk Kaartaa
|
.Bal'ina Lafaa |
Gosa Tajaajila Manichaa |
|||||||
|
|
Taddalaa Mangashaa Gabree
|
Taddalaa Mangashaa Gabree
|
Incinnii |
Aanaa Ada'aa Bargaa Mag/Incinni Ganda Burqaa Lalisee
|
B.M.1.42/96 |
200m2 |
Mana Jireenyaa |
600,000.00 (Kuma Dhibba Ja'a)
|
17/09/2018 Ganama sa'aa 5:00-6:00 |
Caalbaasii 1ffaa |
Danbiiwwan Caalbaasii:
1. Dorgomaan caalbaasii ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'umsa caalbaasichaa 1/4ffaa isaa CPO kaffaltiin isaa baankiin mirkanaa'e qabatee dhiyaachuun dorgomuu danda'a.
2. Caalbaasichi kan geggeeffamu mooraa qabeenyichi keessatti argamu Magaalaa Incinnii Aanaa Ada'aa Bargaa Ganda Burqaa Lalisee keessattiidha.
3. Qabeenya caalbaasiif dhiyaate dorgomaan mo'ate VAT %15(parsantii kudha shan) gatii ittiin qabeenyicha bite irratti dabaluudhaan ni kaffala.
4. Qabeenya caalbaasiif dhiyaatee daawwachuu ykn ilaaluu qaamni barbaadu Guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazeexatti bahe irraa kaasee sa'aa fi Guyyaa hojiitti bakka qabeenyichi itti argamutti deemee daawwachuu ni danda'a.
5. Mo'ataan caalbaasichaa haftee gatii qarshii ittiin mo'ate Guyyaa 15 keessatti duguugee kaffaluu qaba,kan hinkaffalle yoo ta'e garuu qarshiin kabachiisa caalbaasiif kaffale hindeebi'uuf.
6. Dhaabbatichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartokkeen haquuf mirgi inni qabu eegamaadha.Odeeffannoo dabalataatiif 0921050998 ykn 0913885452 irratti bilbiluun ykn Waldaa Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Damee Incinnii qaamaan deemuun odeeffannoo gahaa argachuun ni danda'ama
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa.
Tender details
- Deadline: 2026-05-25
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-05-25 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
- Bid bond: 25%
- Published: Apr 23, 2026
- Posted at: 2026-04-24T09:04:37.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.