Baankiin Siinqee W.A Mana jireenyaa gurguruu barbaada
Description
Beeksisa Caal-baasii
Lakk.BS/KTS/028/2018
Baankiin Siinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990 (akka foyya'eetiin) tiin kennameefiin gurguruu barbaada
|
TL
|
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa Nama waldan qabeenya qabsiisee |
Damee Liqeesse
|
Teessoo fii ibsa Qaberya Caalbaasil dhiyantee,
|
Ka'uumsa Chalbaasli Qarshiidhaan
|
yeroo caalbaasiin itti gaggeeffamu |
marsaa caalbaasii |
||||
|
Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate |
Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa /Gandua
|
(Lakka kaartaa) |
Bal'ina Lafaa
|
Guyyaa |
sa,aatii |
|
|||||
|
1 |
Walda Tarragany Magartuu fi Daawit
|
Taraqany Aqinoo
|
Gabatee
|
Mana jireenyaa
|
Godina H/Gud/ Wallaggaa Aanaa Coommaan Guduruu Mag Gabatee G/ 01
|
WBIFLMG 181/2013
|
385.8 M2
|
200.387.59
|
17/09/2018 |
4:00-6:00
|
irraa deebii |
|
2 |
Nugusee Araganyii Tasfaayee
|
Nugusce Aragayi Tasfaayee
|
Liiban
|
Mana Jireenyaa
|
Magaalaa Nageellee Booranna ganda Daanisa Hooliyyee
|
8787/BM/N/01/01/02
|
200 M2
|
478,568.10
|
17/09/2018 |
4:00-6:00 |
2ffaa |
|
3 |
Waidan IMX Abel Wallaggaa
|
Mikan'el Yohannis |
Jahaan Sayyoo
|
Mana jireenyaa
|
Magalaa D/Dolloo Ganda 03
|
14501/WL/15
|
500 M2
|
1,369,853.27
|
17/09/2018 |
4:00-6:00 |
1ffaa |
Dambiiwwan Caalbaasii:
1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P. O/dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.
2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.
3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.
4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.
5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyaan itti argamutti ta'a.
6) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo'ataan battala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a.
7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan cegamedha.
9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.
10) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isaa gahu qofadha
11) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee
Liiban (09-12-14-18-73 ykn 046 445 1079 Damee Damee J/Sayyoo (057 555 0757) ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.
Baankii Siinqee W.A
Tender details
- Deadline: 2026-05-25
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-05-25 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Baankii Siinqee W.A
- Bid bond: 25%
- Published: Apr 23, 2026
- Posted at: 2026-04-24T10:40:54.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.