Property and building foreclosure
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Fooziyaa Kamaal fi Murtii Abbaa Idaa Obbo Keeyiree Wabalaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1ffaa mana jireenyaa waliinii (kondominiyeemii) Magaalaa Adaamaa Aanaa Wanjii keessatti ballina M² 212.84 irratti argamu, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,114,122.5 2ffaa Madaalii(Mizaana midhaanii) tilmaama qarshii 50,000 3ffaa Saayikilii tokko tilmaama qarshii 20,000n gaafa 15/9/2018 sa'aatii 3:30 - 6:00tti caalbaasii waan gurguraniif namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO Baankiitti qabsiisuun guyyaafi sa'aatii jedhametti iddoo mannifi qabeenyi kun argamutti qaamaan dhiyaachuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa
Tender details
- Deadline: 2026-05-23
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-05-23 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Apr 30, 2026)
- Posted at: 2026-05-04T06:44:22.000Z