Property and building foreclosure

Mana Murtii Ol'aanaa Wallaggaa Bahaa mana daldalaa gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii Marsaa 1ffaa

Raawwiin himataan Obbo Maammoo Darajjeefi Obbo Tasfaayee Raawwiin himatamtoota 1 ffaa Gurmeessaa 2ffaa Aadde Buzuneesh Faaliiqaa gidduu falmii raawwachisaa murtii jiru ilaalchisee mana daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Gimbii Ganda 01 keessatti maqaa raawwiin himatamaa 1 ffaan galmaa'ee argamu, Lakk.Kaartaasaa ETH000010295905 kan ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 866,460.00n gaafa 20/09/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka manichi argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Wallaggaa Bahaa


Tender details

  • Deadline: 2026-05-28
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-28 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Wallaggaa Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Apr 30, 2026)
  • Posted at: 2026-05-04T06:47:29.000Z
← Back to all tenders