Property and building foreclosure

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa mana jireenyaa gurgurruu barbadaa

Description

Caalbaasii Marsaa 1ffaa

Murtii Abbaa Mirgaa Zannabech Kabbadeefi Murtii Abbaa Idaa Fireewoot /Miimmii/Ashaagiree gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa R/ himatamtuu kanaa kan ta'e Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Dargee keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 475,000n gaafa 21/09/2018 sa'aatii 3:30 - 6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbasii 1/4 CPO dhiyeeffachuudhaan dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii  Ol'aanaa  Godina Wallaggaa Bahaa

 

 

 

 


Tender details

  • Deadline: 2026-05-29
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-29 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Olaanaa Godina Wallaggaa Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Apr 30, 2026)
  • Posted at: 2026-05-04T06:51:21.000Z
← Back to all tenders