Beeksisa Calbaasii

Description

Beeksisa Calbaasii

Murtii Abbaa Mirgaa:- Waldaa Aksiyoona Qusannaa fi Liqaa Wasaasaa Damee Bishooftuu Murtii Abbaa Iddaa :-Obboo Buzaayyoo Sammawu jiduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Mana Maqaa Raawwii Himatamaan Magaalaa Godiinoo Jiituu iddoo addaa ganda 01 Keessatti argamu lakk. Kaartaa 260/G/Ji/2014 ta'een gaafa 24/06/2014 maqaa Murtii Abbaa Iddaa (Obboo Buzaayyoo Sammawu) galmaa'ee jiruu lafa balinni karee meetira 400 ta'e irratti qubatee jiru Daangaa bahaan Daandii, Lixaan Ayyalech Kaabaan Ayyalech fi Kib- baan Asnaaquu ta'e galma'ee jiruu gatiin ka'umsaa qarshii 272,100.00( kuma dhibba lamaa fi kumaa saddeetamii shaniif torbaatami lamaa fi dhibba tokko) ta'een dorgoommii ifaan ta'een akka gurguramuuf Namnii bitachuu barbaaduu hafeeramee ji'aa tokkoof qilleensaa irraa oolee gaafa 30/09/2018 sa'aa 8:00 hanga salaa 9:25 tii caalibaasii ifaa ta'een koreen waan gurguruuf bakka cal- baasiin gaaggeeffamuuti dhiyaattanii akkaa bitattan namni caalbaasii injifate CPO dhaan 1/4 nama battalatti akka qabsiisu Manii Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu ajaajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu


Tender details

  • Deadline: 2026-06-07
  • Bid closing time: 14:00
  • Bid opening: 2026-06-07 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu
  • Published: May 09, 2026
  • Posted at: 2026-05-09T08:09:36.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders