Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa mana daldalaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa caalbaasii

M/A/Mirgootaa Aadde Mulunash Salbaanaa faa N-6 fi M/A/Idootaa Aadde Wasanee Dambal Sirnaa fa'aa N- 110 jidduu falmii himannaa raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee mana daldalaa qorqorroo luukii 110 of irraa qabu,ballina M² 1350 irratti Magaalaa Maqii Ganda Boolee keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,048,000n gaafa guyyaa 18/9/2018 sa'aatii 7:00 - 10:30tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan kabachiisa caalbaasii 1/4 CPO orjinaala maqaa Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaatiin hojjechiiftanii guyyaafi sa'aatii jedhametti waraqaa eenyummaa / Faayidaa/ isin ibsu qabattanii dorgmtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa


Tender details

  • Deadline: 2026-05-26
  • Bid closing time: 16:30
  • Bid opening: 2026-05-26 16:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina shawaa bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 07, 2026
  • Posted at: 2026-05-12T07:51:17.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders