Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Maartaa Katamaa fi M/A/Idaa Obbo Gazzaahaany Lammii jidduu falmii siviilii jiru mana jireenyaa kutaa sadii qabu qorqoorroo luukii 70 ijaaramee Magaalaa Tulluu Araaraa keessatti argamu kaaree meetira 200 irratti argamu tilmaamni caalbaasii ka'umsa mana kanaa qarshii 500,000tiin akka gurguramu waan murta'eef, caalbaasii kanarratti qaamni dorgomee bitachuu barbaadu kabachiisa caalbaasii (CPO) %25 qabsiisee gaafa 26/09/2018 dhayaattanii dorgomudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas


Tender details

  • Deadline: 2026-06-03
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): 26/09/2018
  • Bid opening: 2026-06-03 12:00
  • Bid opening (note): 26/09/2018
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Sabbataa Awaas
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 07, 2026
  • Posted at: 2026-05-12T08:36:46.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders