Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa caalbaasii

R/Himataan Waldaa Aksiyoona Maayikiroo Faayinaansii Buusaa Gonofaa Damee Naqamteefi R/himatamaan Abarraa Naggasaa gidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Qassoo Ganda 05 keessatti argamu,qabeenyummaan kan raawwiin himatamaa ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 549,961.62n gaafa 18/09/2018 sa'aatii 03:00 - 6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa


Tender details

  • Deadline: 2026-05-26
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-26 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 07, 2026
  • Posted at: 2026-05-12T08:39:43.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders