Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

M/A/Mirgaa Ayinaalam Baqqalaa fa'aa N-2 fi M/A/Idaa Obbo Mogoos Kaasaa fa'aa N-2 jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa keessatti maqaa Warqee Daggaffeen galmaa'ee jiru,lakk.kaartaasaa OR0010506005 kan ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,228,005.40n gaafa 29/09/2018 sa'aatii 3:30-6:30tti caalbaasii waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qarshii 307,001,37 baankiitti qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-06-06
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-06-06 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 07, 2026
  • Posted at: 2026-05-12T08:43:02.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders