Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Mana Jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Caalbaasii
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu'uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti jiruun caalbaasii ifaan gurguruu barbaada
|
T/L
|
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa Abbaa Qabeenyaa
|
Damee
|
Ibsa Addaa Qabeeya Wabummaan qabsiifamee |
Ka'umsa gatii Caalbaasii
|
Guyyaa fi sa'aa Caalbaasichaa
|
Marsaa Caalbaasii
|
|||
|
Teessoo
|
Lakk.Kaartaa
|
Bal'ina Lafaa
|
Gosa Tajaajila Manichaa |
|||||||
|
|
Tasfaayee Caalaa
|
Obbo Mulunaa Daargee |
Naqamtee |
Mag Naqamtee Ganda 07 |
3459/ WMMLMN/11
|
200m²
|
Mana Jireenyaa
|
760,000.00(Kuma Dhibba Torbaa fi Kuma Ja'atama) |
01/10/2018 Ganama sa'aa 5:00-6:00
|
Caalbaasii 1ffaa
|
Danbiiwwan Caalbaasii:
1. Dorgomaan caalbaasii ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'umsa caalbaasichaa 1/4ffaa isaa CPO kaffaltiin isaa baankiin mirkanaa'e qabatee dhiyaachuun dorgomuu danda'a.
2. Caalbaasichi kan geggeeffamu mooraa qabeenyichi keessatti argamu Mag/Naqamtee Ganda 07 keessattiidha.
3. Qabeenya caalbaasiif dhiyaate dorgomaan mo'ate VAT %15(parsantii kudha shan) gatii ittiin qabeenyicha bite irratti dabaluudhaan ni kaffala.
4. Qabeenya caalbaasiif dhiyaatee daawwachuu ykn ilaaluu qaamni barbaadu Guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazeexatti bahe irraa kaasee sa'aa fi Guyyaa hojiitti bakka qabeenyichi itti argamutti deemee daawwachuu ni danda'a.
5. Mo'ataan caalbaasichaa haftee gatii qarshii ittiin mo'ate Guyyaa 15 keessatti duguugee kaffaluu qaba,kan hinkaffalle yoo ta'e garuu qarshiin kabachiisa caalbaasiif kaffale hindeebi'uuf.
6. Dhaabbatichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartokkeen haquuf mirgi inni qabu eegamaadha. & Odeeffannoo dabalataatiif 0917847055 ykn 0913885452 irratti bilbiluun ykn Waldaa Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Damee Naqamtee qaamaan deemuun odeeffannoo gahaa argachuun ni danda'ama.
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-08
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-06-08 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
- Bid bond: 25%
- Published: May 07, 2026
- Posted at: 2026-05-12T08:57:01.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.