Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee. 1ffaa mana jireenyaa, 2ffaa mana jireenyaa waliin(Koondominiyeemii) gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

M/A/Mirgaa Aadde Fireehiwoot Yooseef fi M/A/ Idaa Obbo Fayyisaa Abbee jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1ffaa mana jireenyaa qabeenya dhirsaafi niitii ta'e Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee A/Dhakaa Adii keessatti bal'ina kaaree meetira 200 irratti argamu Lakk. Kaartaa isaa 9041/2001 kan ta'e  ka'umsa caalbaasii qarshii 3,178,241.19tiin 2ffaa mana jireenyaa waliin(Koondominiyeemii) qabeenyaa dhirsaafi niitii kan ta'e Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Aanaa Irreechaa keessatti kan argamu Lakk. Kaartaa isaa 02/0205/05 kan ta'eefi Lakk. manaa ACT-0664 ta'e gatii ka'uumsa caalbaasii qarshii 2,168,317.87/100tiin caalbaasiin mana jireenyaa 1ffaarratti ibsame gaafa 29/09/2018 sa'aatii 3:30-6:30tti caalbaasii kan gaggeeffamu ta'uufi mana jireenyaa waliinii(Koondominiyeemii) 2ffaa irratti ibsamemmoo gaafuma kana 29/09/2018 sa'aatii 8:00 hanga 11:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 (25%) CPOn qabsiisuudhaan waraqaa eenyummaa keessan qabattanii manichi argamutti guyyaa, sa'aatiifi iddoo jedhametti dhiyaattanii galmooftanii dorgomuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee. 


Tender details

  • Deadline: 2026-06-06
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid closing (note): sa,aatti isaa garagaraa
  • Bid opening: 2026-06-06 17:00
  • Bid opening (note): sa,aatti isaa garagaraa
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 14, 2026
  • Posted at: 2026-05-15T07:45:27.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders