Property and building foreclosure
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana kondominiyeemii gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Gannat Tashoomaafi Murtii Abbaa Idaa Obbo Ashannaafii Habtee jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana kondominiyeemii maqaa raawwiin himatamaa Ashanaafii Habteen galmaa'ee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Dambalaa Saayitti keessatti argamu ballina M² 79.39 irratti argamu,lakk.kaartaasaa 02/0949/05 Lakk.manaa ACS0274,darbii 2ffaa irratti argamu gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,967,416n gaafa 07/10/2018 sa'aatii 4:00 - 6:00tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii %25 qabsiisuun guyyaafi sa'aatii jedhametti iddoo sanitti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-14
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-06-14 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (May 14, 2026)
- Posted at: 2026-05-15T07:53:20.000Z