Mana Murtii Aanaa Lumee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii Marsaa 2ffaa

M/A/Mirgaa Obbo Gaaddisaa Akkaawaaqifi M/A/Idaaa Obbo Sintaayyoo Alamuu jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhakkaa Adii keessatti argamu kaartaa Lakk. BO/DH/ AD/726/17 iddoo cittu addaa OR001151406019 kan ta'e Maqaa M/A/Idaa 2ffaa kan ta'an Obbo Joonsee Kabbadaatiin galmaa'ee jiru gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,507,481.28n gaafa 29/09/2018 sa'aatii 3:30 6:00tti caalbaasiin ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasiirraa 1/4 CPO qabsiisuun iddoo caalbaasii gaggeefamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Lumee

 


Tender details

  • Deadline: 2026-06-06
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-06-06 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Lumee
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 14, 2026
  • Posted at: 2026-05-15T08:05:45.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders