Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana jireenyaa gurguruu barbaadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Zaaruu H/Hassan fi Obbo Abdurazaaq Sh/Adam Abdallaafi Murtii Abbaa Idaa Aadde Safiyyaa Alii, Obbo Sa'iid Sh/Adam Abdallaafi Aadde Hayaat Sh/Adam Abdallaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Ganda Gooroo keessatti maqaa du'aa Sh/Adam Abdallaa Galchuutiin galmaa'ee ballina M² 343 irratti argamu gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 5,263,936.20n gaafa 11/10/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarrtati dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun iddoo, guyyaafi sa'aatii jedhametti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-18
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-06-18 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T08:24:25.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.