Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Alam Maaniyaaggidawu fa'aa N-2 fi-Murtii Abbaa Idaa Aadde Immabeet Maaniyaaggidawu fa'aa N-3 gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaddacha Araaraa keessatti maqaa dhaaltoota Aadde Immabeet Maaniyaaggidawu fa'aa N-6'n galmaa'ee ballina M² 110 irratti argamu,Lakk.Kaartaasaa 553/84/B ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 229,266.85n gaafa 17/09/2018 sa'aatii 3:30 - 6:00tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun bakka qabeenyi kun argamu,Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaddacha Araaraatti qaamaan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee

 


Tender details

  • Deadline: 2026-05-25
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-25 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 14, 2026
  • Posted at: 2026-05-15T08:27:37.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders