Mana Murtii Aanaa Kutaa Boolee mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa caalbaasii

Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Moominaa Kadiir fi Murtii Abbaa Idaa Obbo Mahaammad Ahimad gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa maqaa raawwiin himatamtuu Amiinaa Kadiir Maarufaatiin galmaaa'ee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti argamu, Lakk.Kaartaasaa OR00101704021 ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,070,872n gaafa 20/09/2018 sa'aatii 3:30 - 6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuufi waraqaa eenyummaa keessan qabattanii guyyaafi sa'aatii jedhametti bakka manichi argamutti dhiyaachuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Boolee


Tender details

  • Deadline: 2026-05-28
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-05-28 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Boolee
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 14, 2026
  • Posted at: 2026-05-15T08:33:44.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders