Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Obbo Amaanu'eel Abbabeefi M/A/Idaa Obbo Tasfaayee Gurmeessaa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Gimbii Ganda 06 keessatti argamu, Lakk.Kaartaasaa 01/8796/2014 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,304,650n gaafa 17/09/2018 sa'aatii 3:00 - 6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-05-25
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-05-25 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Lixaa.
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T08:45:35.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.