Baankiin Siinqee W.A Mana jireenyaa gurguruu barbaada
Description
Beeksisa Caal-baasii Siinqee
Lakk.BS/KTS/030/2018
Baankiin Siinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990(akka foyya'eettii) tiin kennameefiin gurguruu barbaada
|
TL |
Maqas Liqeeffatan
|
Maqaa Namaa qabeenya qabsiisee
|
Damee Liqeesse
|
Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee, |
Ka'uumsa Caalbaasil Qarshiidhaan
|
Yeroo Caalbaasilin itti gaggeeeffamu |
Marsaa
Caalbaasil
|
||||
|
Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate |
Magaala/Kutaa Magaalaa/ Aanaa/Gandaa
|
Lakk. kaartaa
|
Bal'ina Lafaa |
Guyyaa
|
Sa'aatil |
||||||
|
1 |
Firoomsaa Hammeessoo Lemjisoo
|
Firoomsaa Hammeessoo Leenjisoo
|
Shaashamannee
|
Mana jireenyaa
|
Mag/Shshamanneetti Kutaa Mag Bishaan Gurraachaa Aanaa Habaasii |
OR002073205003
|
139.61m²
|
1,753,608.97 |
8/10/2018
|
4:30-6:00
|
1ffaa |
|
Geexce Masayii H/Maaram |
Shaashamannee
|
Mana jireenyaa
|
Mag/Shaashanneetti Kutaa Mag/ Bishaan Gurraachaa Aanaa Habaasi |
OR002073401007
|
140.12m²
|
2,506,037.82
|
8/10/2018
|
4:30-6:00
|
1ffaa |
||
Dambiiwwan Caalbaasii:
1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda's Dorgomaan Caalbaasiicha mo`ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshi qabsiise Baankichaaf gali ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a
2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf
3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.
4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a
5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyichi itti argamutti ta'a.
6) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu kanneen Thaksii waliin walqabatan bitataan/mo'staanbattala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a.
7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambi ittiin Bulmastaa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan cegamedha
9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda's
10) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha
11) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Shaashamannce (046-211-2572) ta'e imati bilbiluun gaafacham ni danda'a
Baankiin Siinqee W.A
Tender details
- Deadline: 2026-06-15
- Bid closing time: 12:00
- Bid closing (note): guyyaa fii sa,aatii nii isaa garagaraa
- Bid opening: 2026-06-15 12:00
- Bid opening (note): guyyaa fii sa,aatii nii isaa garagaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
- Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
- Bid bond: 25%
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T09:43:20.000Z
- Buyer website: https://siinqeebank.com/
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.