Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS baajaajii gurguruu barbaada
Description
CAALBAASII MARSAA JALQABAA
Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS konkolaataa/Baajaajii/Forsii Wabiidhaan qabsiisee liqeesse(kan gabatee armaan gadii Keessatti Caqafame) haaluma labsii l lakk 1147/2011 heyyamini kennameeniin akkuma jirutti caalbaasii ifa ta,een gurguruu barbaada
|
T.Lakk. |
Damee Dhaabbata Liqeessaa |
Maqaa liqeeffataa |
Maqaa nama qabeenyicha qabsiisee |
Iddoo/bakka baajaajiin itti argamu |
Lakk.gabatee |
Gatii kaumsa caalbaasii |
Iddoo caalbaasii |
Guyyaa fi sa,aatti caalbaasii |
|
1 |
|
Obbo fayyisaa bayyanaa burruusaa |
Liqeeffataa |
Magaalaa adaamaa Aanaa irreechaa waajjiira maayikiroo faayinaansii PIIS Damee Adaamaa |
OR-01_44615 |
Qarshii 97,123.25 |
Magaalaa adaamaa Aanaa irreechaa waajjiira maayikiroo faayinaansii PIIS Damee Adaamaa |
25/09/2018 Ganamaa sa,aa 4:00 hanga 5:00tti |
Hubachiisa
1. Dorgomtoonni Caalbassicha gatii ka'umsaa keessaa harka tokko afraffaa(1/4) maallaqa callaa ykn baankitti Maqaa waldaa Aksiyoona Mayikiroofaayinaansii Piis(PEACE microfinance s.c) tiin qabame dhiyeessuun kaffaltii duraa raawachuudhaan caalbaasicha irratti hirmaachuu ni danda'u.
2. Dorgaamaan caalbaasicha injifate(moo'ate)hafaa kanfaltii guutuu gochuun guyyaa Moo'atanii eegalee guyyoota 15 keessatti xumuramuu qaba yoo guyyoota 15 keesatti kanfaltiin hinraawatamine ta'e injifataan qabeenya sana irratti mirga qabaachuu dhabuun,kanfaltii duraa kafaleme dhaabatichaaf galii ta'a.Namoota hin moo'anneef garuu maallaqni callaa ykn gama baankitiin isaaniif ni deebi'aaf
3. Qabeenyi gurgurtaaf dhiyaate yeroo hojii keesatti ilaalamuu ni danda'a.kana gochuuf Dhaabbata Damee Adaamaa waliin beelamaan ilaaluun ni danda'ama.
4. Liqceffataan/abbaan qabeenya wabummaan qabsiise/ guyyaa fi sa'aatii caalbaasii iddoo calbaasichaatti argamuun ilaaluu ni danda'a. Haata'u malee yoo hin argamne bakka inni hin
jirrettis caalbaasichi ni adeemsafama.
5. Galmeen Dorgomtoota Caalbaasichaa sa'aatii cufiinsa caalbaasichaa daqiiqaa kudhan(10) dursee ni cufama.
6. Dhaabatichi sababaa gahaa yoo argate caalbaasicha guutumaan guututti ykn gartuudhaan dhaabuuf mirga qaba.
7. Naminni caalbaasii moo'ate qabeenya bituuf gibra mootummaa,kanfaltii dabalataa (VAT) 15% akkasumas kanfaltii galmee maqaa jijjiiruufi Baasiwwan biroo hundaa guututti ni akaffala..
8. Hirmaattoni caalbaasii galchuu barbaadan gatii isaanii erga murteesanii booda sanada isaanii kophaa qabu mata duree hin muul'ifne(Poostaa)keesatti kaa'anii dame dhaabatichaa Adaamaa guyyaa caalbaasiitiin dura dhiyeessuu qabu.
9. Odeefannoo Dabalataa barbaachisuuf lakk. Bilbilaa kana irratti qunnamaa 0930658416 ykn 0913923562
Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS
Tender details
- Deadline: 2026-06-02
- Bid closing time: 11:00
- Bid opening: 2026-06-02 11:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS
- Bid bond: 25%
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T10:02:11.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.