Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Haajjii Mayyuufi Murtii Abbaa Idaa Obbo Umar Waliyyii jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya mana jireenyaa Magaalaa Shaashamannee Kutaa Magaalaa Allachee Aanaa Awaashoo keessatti argamu,qabeeyummaan isaa kan raawwiin himatamaa kanaa kan ta'e,gatii ka'umsa Caalbaasii qarshii 15,192,627tiin gaafa 08/10/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namnonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO otoo caalbaasiin hin jalqabiin galmooftanii qabsiisuu dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu ibsaa, abbaan mo'atameef qarshiin qabsiise kan deebi'uuf yoo ta'u, abbaan mo'atemmoo qarshii kaffaluu wajjin kan herraagamuuf ta'a. abbaan caalbaasii mo'ate beellamarratti gatii ittiin mo'ate dhaddacharratti kan qabtee dhiyaatu ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee
Tender details
- Deadline: 2026-06-15
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-06-15 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaashamannee
- Bid bond: 25%
- Published: May 21, 2026
- Posted at: 2026-05-22T08:16:33.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.