Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

R/Himataa Baankii Siinqee Damee Garasuu Dhukiifi R/ himatamtoota Waldaa Shariika Gammachuuf Mabraatuufi Mabraatuu Adaanaa jidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee qabeenya R/himatamaa 2ffaa kan ta'e,mana jireenyaa qorqorroo baallee 90 kan qabu Magaalaa Walisoo Ganda Ejersaa keessatti ballina M² 190 irratti argamu, lakk.kaartaasaa W/E/1063/2015 ta'e,qarshii raawwiin himatamtoota kanaatiif gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,359,507.40tiin gaafa 08/10/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyi kun itti argamu Magaalaa Walisoo Ganda Ejersatti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa


Tender details

  • Deadline: 2026-06-15
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-06-15 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
  • Published: May 21, 2026
  • Posted at: 2026-05-22T08:19:17.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders