Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa Gamoo gurguruu barbadaa

Description

Beekisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa

R/Himataan Birikis Asfaawufi R/himatamtoonni 1 ffaa obbo Tsaggaayee Tarfaasaa 2ffaa Aadde Balaayinesh Firoomsaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Qabeenya Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee keessatti maqaa R/ Himatamaa 1ffaa kanaan mana (Gamoo) galmaa'ee jiru Lakk. Kaartaasaa OR00805005 kan ta'e ka'umsa caalbaasii qarshii 13,200,000.00tiin gaafa 06/10/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuudhaan aamaan dhiyaattanii dorgomuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallagga Bahaa.


Tender details

  • Deadline: 2026-06-13
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-06-13 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 21, 2026
  • Posted at: 2026-05-22T08:22:39.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders