Property and building foreclosure
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa gamoo gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
Raawwiin Himataan Birkis Afawufi Raawwiin himatamtoonni Tsaggaayee Tarfaasaa fi Balaayinash Firoomsaa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya mana/gamoo Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee keessatti maqaa raawwiin himatamaa 1ffaa galmaa'ee jiru,lakk.kaartaasaa OR00805005 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 13,200,000.00n gaafa guuyy 6/10/2018 8sa'aatii 3:00-6:00tti waan gurguramuuf namoonni odorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuun qaamaan dhiyaattanii bitachuu kan danderssan ta'uu manni murtii ajajeera,
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-13
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-06-13 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (May 21, 2026)
- Posted at: 2026-05-22T08:25:46.000Z