Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa Mana Jireenyaa gurguruu barbaada
Description
Beeksisa Caal-baasii
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu'uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa ar- maan gaditti jiruun caalbaasii ifaan gurguruu barbaada
|
T/L |
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa Wabii
|
Damee
|
Ibsa Addaa Qabeeya Wabummaan qabsiifamee
|
Ka'umsa gatii Caalbaasii
|
Guyyaa fi sa'aa Caalbaasichaa
|
Marsaa Caalbaasii
|
|||
|
Teessoo
|
Lakk.Kaartaa/Koodii Cittuu Lafaa
|
Bal'ina Lafaa
|
Gosa Tajaajila Manichaa |
|||||||
|
|
Bareechaa Gammidaa
|
Geexee Hacaaluu
|
Amboo
|
Magaala Amboo Ganda Horra Ayeetuu
|
EMMLM-BMA 479/07
|
390.26m²
|
Mana Jireenyaa
|
Miliyoona (1000,000) Tokko
|
Gaafa 16/10/2018 waaree dura sa,aa 5:00-6:00
|
Caalbaasii 1ffan
|
|
|
Siifan Baqqalaa
|
Solomoon Guutamaa
|
Amboo
|
Mag/Amboo Ganda Yaa'ii Gadaa |
OR010030910012
|
201.m2
|
Mana Jireenyaa |
Miliyoona Tokko(1000,000)
|
Gaafa 16/10/2018 sa'aa booda 8:00-9:00
|
Caalbaasii ffan
|
Danbiiwwan Caalbaasii:
1. Dorgomaan caalbaasii ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'umsa caalbaasichaa 1/4ffaa isaa CPO kaffaltiin isaa baankiin mirkanaa'e qabatee dhiyaachuun dorgomuu danda'a.
2. Caalbaasichi kan geggeeffamu mooraa qabeenyichi keessatti argamu kan T/L Iffaa fi 2ffaa asiin olii jalatti ibsaman duraa fi duubaan Aanaa Amboo Ganda Hora Ayeetuu fi Ganda Yaa'ii Gadaa keessattiidha.
3. Qabeenya caalbaasiif dhiyaate dorgomaan mo'ate VAT %15(parsantii kudha shan) gatii ittiin qabeenyicha bite irratti dabaluudhaan ni kaffala.
4. Qabeenya caalbaasiif dhiyaatee daawwachuu ykn ilaaluu qaamni barbaadu Guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazeexatti bahe irraa kaasee sa'aa fi guyyaa hojiitti bakka qabeenyichi itti argamutti deemee daawwachuu ni danda'a.
5. Mo'ataan caalbaasichaa haftee gatii qarshii ittiin mo'ate Guyyaa 15 keessatti duguugee kaffaluu qaba,kan hinkaffalle yoo ta'e garua qarshiin kabachiisa caalbaasiif kaffale hindeebi'uuf.
6. Dhaabbatichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartokkeen haquuf mirgi inni qabu cegamaadha. Odeeffannoo dabalataatiif lakk.bilbila 09 49 48 89 79 / 09 10 76 06 32 fi irratti bilbiluun ykn Waldaa Aksiyoona Qusannoo & Liqaa Damee Amboo qaamaan deemuun odeeffannoo gahaa argachuun ni danda'ama.
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-23
- Bid closing time: 15:00
- Bid closing (note): guyyaa fii sa,aatii nii isaa garagaraa
- Bid opening: 2026-06-23 15:00
- Bid opening (note): guyyaa fii sa,aatii nii isaa garagaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa
- Bid bond: 25%
- Published: May 21, 2026
- Posted at: 2026-05-22T08:34:23.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.