Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa.mana tajaajila wal-makaa gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii

M/A/Mirgaa Obbo Tasfaayee Alamuu fa'aa N-4fiM/A/ Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin gidduu falmii himannaa raawwii jiru ilaalchisee mana tajaajila wal-makaa fi hayyamaa Lakk. waraqaa ragaa ET00001043356 fi Lakk, addaa cittuu Lafaa OR001011505010 kan ta'e maqaa M/A/Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin Damiseetiin galmaa'ee Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti bal'ina lafaa 523.43M² irratti qubatee argamu tilmaama ogeessi dhiyeesse qarshii 6,045,817.60tiin, gatii Woficoo quwaatii sadii guutuummoo qarshii 858,000tiin walumaagalatti qarshii 6,903,817.60tiin gaafa 20/10/2018 sa'aatii 3:00 - 600tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo manichi argamu Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Gooroo keessatti ka'umsa tilmaama manaa raawwiif sababa ta'e 1/4 qabsiisuun CPO isaa qabattanii guyyaa, sa'aatiifi iddoo ibsameetti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa.


Tender details

  • Deadline: 2026-06-27
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-06-27 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 28, 2026
  • Posted at: 2026-05-29T07:39:13.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders