Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
R/Himattuun Aadde Taskiraat Jamaal fi R/himatamaa Obbo Naasir Diitamoo jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee 1 ffaa mana jireenyaa maqaa Obbo Naasir Diitamoon galmaa'ee Magaalaa Adaamaa Aanaa Hangaatuu keessatti ballina M² 200 irratti argamu lakk.kaartaasaa 2715/94 ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,107,586.52n gaafa 08/10/2018 sa'aatii 4:00-6:00tti fi 2ffaa mana jireenyaa Aanaa Diree Nagayaa keessatti ballina M² 180 irratti argamu,l akk.kaartaasaa 126/2003 ta'e,gatii ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,275,344n gaafa 8/10/2018 sa'aatii 8:30 - 10:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo
Tender details
- Deadline: 2026-06-15
- Bid closing time: 16:30
- Bid closing (note): sa,aatti isaa garagaraa
- Bid opening: 2026-06-15 16:30
- Bid opening (note): sa,aatti isaa garagaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo
- Bid bond: 25%
- Published: May 28, 2026
- Posted at: 2026-05-29T07:56:57.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.