Maana Murtii Olaanaa Godina Shawaa Bahaa mana daldalaa lafa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Muluunesh Salbaanaa fa'aa N-6 fi M/A/Idaa Aadde Wasanee Danbal Simaa fa'aa N-118 jidduu falmii himannaa raawwachiisa murtii jiru ilaalchisee mana daldalaa lafa kaaree 1350 irratti qubate qorqoorroo luukii 110 ofirraa qabu Magaalaa Maqii ganda Boolee keessatti argamu, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,048,000tiin gaafa 01/11/2018 sa'aatii 8:00 - 11:00tti caalbaasiin ifa ta'ee waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO orjinaala maqaa MMOG/Shawaa Bahaatiin hojjachiiftanii waraqaa eenyummaa (faayidaa) eenyummaa keessan ibsu qabattanii guyyaa, iddoofi sa'aatii ibsametti dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Maana Murtii Olaanaa Godina Shawaa Bahaa.
Tender details
- Deadline: 2026-07-08
- Bid closing time: 17:00
- Bid opening: 2026-07-08 17:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina shawaa bahaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 04, 2026
- Posted at: 2026-06-05T07:29:37.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.