Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana Waliinii Kondominiyeemii gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

M/A/Mirgaa Buusaa Gonofaa Waldaa Maayikiroo Faayinaansii Birkii Adaamaa fi M/A/Idaa Beezaa Taganyi Dabalee jidduu falmii jiru ilaalchisee mana Waliinii Kondominiyeemii Magaalaa Adaamaa Aanaa Hangaatuu keessatti maqaa Warquu Taaddasaatiin galmaa'ee argamu, lakk.isaa ST-0245 fi ragaan abbaa qabeenyummaa Lakk.Kaartaasaa 001191/2003 ta'e, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,523,450n gaafa 29/10/2018 sa'aatii 3:00 - 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 25% CPO qabsiisuun iddoo manichi argamu, Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Hangaatuutti argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-07-06
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-07-06 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 04, 2026
  • Posted at: 2026-06-05T07:38:48.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders