Waajjira Galiiwaan Bulchiinsa Magaalaa Beddellee Mana Jireenya guruu Barbaadaa.
Description
Beeksisa Caal-baasii 3ffaa Bunnoo Beddellee
Kaffaallaan taaksii Obbo Muriid Gezahaany kan jedhammu Idaa taaksii qarshii 1,094,990.85 (Miliyoona Tokko fi kumaa Afuramii sagalii fi Dhibba Sagaliif Sagalta- ma fi san 85/100) kan irraa barbaadammu osoo hin kaffaliin hafaniif Tessoon isaani Godiina Buunnoo Beddellee Magaala Beddellee Ganda Shuramuu Gootaa kan ta'e Qabeenya Abbaa Idaa Taaksii Bu'uura Labsii Bulchiinsa Taaksii lakk 203/2009 keewata 43n aangoo kenameefiin qabeenya armaan gadii Caal-Baasii Marsaa 3ffaan Gur- guruu Barbaadaa:-
|
TL
|
Gosa Qabeenya
|
Maqaa Abbaa Qabeenya |
Bakka Qabeenyichi Itti Argammu |
Ballinna Lafaa
|
Lakka Kaarta
|
Gatii Ka'umsa |
|
|
Qar |
san |
||||||
|
1 |
Mana Jireenya
|
Obbo Muriid Gazzahaanyi
|
Magaalaa Beddellee Ganda Shuramuu Naanno Baabuurra Abbaa Jifaar gadii Bu'u irratti argama |
Km2/200 |
2732/2004 |
1,558,723
|
04
|
Odeeffanno dabalata dabalata Waajjira Galiwwan Maganaa Beddelleeirra argachuu niidandeessu. tid deleted
1. Dorgomtoonni sanadda Caal-basii waajjira Galiiwwaan Magaalaa Beddeellee irraa qarshii hin deebine qarshii 1,000 (Kumma Tokko) Kaffalaani guyyaa caal- baasiin kun maxxanfame bahee irraa eegalee hanga gaafa guyyaa 30faa sa;ti 10; 00 tti bitachuu nii danda'u.
2. Dorgomtoonni Gatii ka'umsaa Caalbasicha irraa CPO %10 dursanii qabsiisuuf dirqama qabu.
3. Caal-Baasiin Kun guyyaa Caal-baasin Kun Maxxanfame irraa eegale Guyyaa gaafa 30ffaa sa'atii 11; 00 tti Kan Cufamu ta'a.
4. Dorgomtooni Gatii ittin bituuf barbaadan Lakkofsa fi Qubeedhan Barresanii Poostaan Saamsuun guyyaa gaafa 31ffaa sa'aatti 4:00 tti Sanduqa Caal-basiif Qopha'ee tti galee caal-Baasichi Kan geggefammmu guyyaa gaafa 31ffaa sa;aati 4;30 tti dorgomtoonni ykn bakka bu'aan seeraa bakka bu'iinsa seers qabaan bakka argamanitti Galma Bulchiinsa Magaalaa Beddelleetti ifaan kan banammu ta'ee Guyyaa hojii yoo hin taane guyyaa hojii itti aanu kan banammu ta'a isaa
5. Dorgomtoonni Caal-baasicha irraatti hirmaachu barbaaddaan Mana Caal- Baasiif dhiyaate Kana bakka itti argamuutti qaamaan guyyaa caal-basiin Kun gaazeesaa Kallachaa Oromiyaatiin labsamee irraa kaasee guyyaa hojii hunda Ogeessa Waajjirichaa waliin qaamaan ilaalu ni danda'ama.
6. Caalbasiicha dorgomaan mo'ate CPO qabsiise itti herreegameefi gatii ittiin mo'ate guyyaa mo'ata ta'uun isaa ibsamee irraa eegale guyyoottaan 15(kudha Shan) keessatti kaffalee Xumuruudhaan qabeenyicha fudhachuuf dirqamma Kan qaba.
7. Dorgomtoonni gatii ittiin mo'ataan guyyaa 15 (kudha Shan) keessaatti kaffalle Xumuruu yoo baate qarshii wabiidhaaf qabsiise (CPO) waachaaf gali ta'ee caalbaasichi Kan haqammu ta'a.
8. Idaawan adda addaa Mana kana ilaalchisee jiru hunda mo'ataadhaan Kan uwwifammu ta'e Mana Caal-Baasiif Dhiyate kan irraa mirga,Mormil qaba kan jedhu yoo jirate Qaama Aango Qabu irraa Osoo caa-Baasiin kun hin geggefamiin dura Dhorkaa Dhiyeefachu ni danda'a
9. Waajjirichi caal-basii kana Haalaa Mijaata yoo argate caal-Baasicha gar-tokkeen ykn guutummaa guutuutti haquu nii danda'a Hubachiina:-Odeufannoo
Dabalataaf lakk bilbiila 09 17 81 41 64 tin Bilbiluum argachu nii dandeessu.
Waajjira Galiiwaan Bulchiinsa Magaalaa Beddellee.
Tender details
- Deadline: 2026-07-04
- Bid closing time: 10:30
- Bid closing (note): guyyaa gaafa 31ffaa sa'aatti 4:00 tti
- Bid opening: 2026-07-04 10:30
- Bid opening (note): guyyaa gaafa 31ffaa sa'aatti 4:30 tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Galiiwaan Bulchiinsa Magaalaa Beddellee
- Bid bond: 10%
- Bid document price: Qarshii 1000.00
- Published: Jun 04, 2026
- Posted at: 2026-06-05T08:35:06.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.