Baankiin Siinqee W.A Gamoo tajaajila hooteclaaf(Daldalaaf) oolu (G+4) fii Mana Daldalaa fii Mana jireenyaa gurguruu barbaada.
Description
Beeksisa Caal-baasii Songee
Lakk.BS/ KTS/032/Baanklin Sinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990(akka foya'eettii) tiin kennameefiin gurguruu barbaada
|
TL.
|
Maqaa Liqeeffataa
|
Maqaa Namaa qabeenya qabsiisee
|
Damee Liqeesse
|
Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee, |
Ka'uumsa Caalbaasii Qarshiidhaan
|
Yeroo Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu |
Marsaa Caalbaasii ba'e
|
||||
|
Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate |
Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/ Gandaa
|
Lakka kaartaa |
Bal'ina Lafaa |
Guyyaa |
Sa'aatii |
||||||
|
1 |
Silgaa tireeding UG/1/Murtaa'e
|
Silgaa tireeding I/G/V/Murtaa'e
|
Odaa
|
Gamoo tajaajila hooteclaaf(Daldalaaf) oolu (G+4) |
Naannoo Oromiyaa God.wallggaa Lixaa Magaalaa Mandii
|
MJ/68/15 |
764.75 m² |
45,949,162.71 |
30/10/2018 |
4:30-6:00 |
1ffa
|
|
2 |
Gammadee Goobanaa Elemaa |
Gammadee Goobanaa Elemaa |
Bariisoo Dukkallee
|
Mana jireenyaa |
Godina Gujii Lixaa, Magaalaa Bulee Horaa, |
BH/5117/G.114/2015 |
650.7m2
|
1,673,288.14
|
29/10/2018
|
4:30-6:00 |
1ffaa |
|
3 |
Waldaa IMX Abel Wallaggaa |
Mikaa'el Yohaannis |
Jahaan Sayyoo |
Mana jireenyaa
|
Magalaa D/Dolloo Ganda 03 |
14501/WL/15 |
500m² |
1,369,853.27
|
2/11/2018 |
4:30-6:00 |
2ffaa |
|
4 |
Nahimmaa Jihaad Huseen
|
Nahimma a Jihaad Huseen
|
Karaabuu
|
Mana Daldalaa |
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furi |
OR00007192014005
|
202.85 m²
|
10,019870.70
|
29/10/2018
|
4:30-6:00 |
1ffaa |
|
Mana jireenyaa
|
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa |
OR00008222804003 |
201.33 m² |
5,527,180.36 |
30/10/2018
|
4:30-6:00 |
1ffaa |
||||
Dambiiwwan Caalbaasii:
1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a.
2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf.
3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.
4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.
5) Caalbaasichi kan adeemsifamu qabeenya tarree lakk. 1ffaa irratti eerameef Godina Wallaggaa Lixaa Magaalaa Gimbii Baankii Siinqee Damee Gimbii keessatti yoo ta'u tarree qabeenyaa 2-4ffaatti eerameef bakka qabeenyichi itti argamutti ta'a.
6) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitataan/mo'ataan battala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a. dinamu kanneen Taaksi
7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.
9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda'a.
10) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha
11) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Bariisoo Dukkallee (09 30 60 64 66) fi Damee Odaa (011 557 1965)) ta'e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda'a.
Baankiin Siinqee W.A
Tender details
- Deadline: 2026-07-09
- Bid closing time: 12:00
- Bid closing (note): Guyyaa fii sa,aatii isaa garagaraa
- Bid opening: 2026-07-09 12:00
- Bid opening (note): Guyyaa fii sa,aatii isaa garagaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Siinqee Bank Share Company
- Buyer address: Joseph Tito Street, Kazanchis, adjacent to Nega City Mall, Oda Tower
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 04, 2026
- Posted at: 2026-06-05T09:03:59.000Z
- Buyer website: https://siinqeebank.com/
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.