Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

M/A/Mirgaa Obbo Maannee Abaataafi M/A/Idaaa 1ffaa Obbo Heenook Ingidaa 2ffaa Aadde Lamlam Xilaahuun jidduu falmii raawwachiisa murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabee Aanaa Hangaatuu keessatti argamu Lakk addaa cittu isaa OR001142603005 kan ta'e kaaree meetira 180.44 irratti Maqaa M/A/Idaa 2ffaa kan ta'an Aadde Lamlam Xilaahuunitiin galmaa'ee jiru gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 3,069,799.49n gaafa 02/11/2018 sa'aatii 3:00-6:30tti caalbaasiin ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasiirraa 1/4 CPO Baankii Siinqeetti qabsiisuudhaan iddoo manichi argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-07-09
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-07-09 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 11, 2026
  • Posted at: 2026-06-12T08:18:06.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders