Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Caalbaasi
M/A/Mirgaa Obbo Geetinnat Damisee fa'aa N-4 fi M/A/ Idaa Aadde Fallaqech Kaasaa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Boolee Aanaa Dhaddacha Araaraa keessatti lafa kaaree meetira 300.23M² irratti qubatee argamu Lakk. addaa cittuu lafaa OR001042503018 kan ta'e maqaa du'aa obbo Damisee Kaasaatiin galmaa'ee beekmu gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,057,381.80/100tiin gaafa 11/11/2018 sa'aatii 3:00 - 600tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo manichi argamutti ka'umsa tilmaama manaa raawwiif sababa ta'e ¼ CPO qabsiisuudhaan guyyaa, sa'aatiifi iddoo ibsameetti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa.
Tender details
- Deadline: 2026-07-18
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-07-18 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 18, 2026
- Posted at: 2026-06-19T08:05:21.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.