Dhaabbannii Maayikiro Faayinansii Harbuu Mana Jireenyaa gurguruu barbadaa

Description

caalbaasii 

Dhahbanni Manyikaron Fsayinansis Harbuu abbooti idaa akka wabiitti kan qabsisaan qabeenyaa asii gaditti argaman bu'uura labsii lakk.97/1990, 216/92 foyya'ee baheetiin bankis 5 dhashileen maaykroo faayinaansitif Aangoo kenneetiin qabeenyaa kana bkka jiranittti caal baasii ifaadhaan dorgomsisee gurguruu barbaada.Dorgomtooni cahasichas calhaasif dorgomuun duratti dambilee armaan gadii hordofutu irraa eegama.

1. Dorpstonni sanada caal baasi kan hin deebine qarshii dhibba tokko (100) kaffaluun gaafa guyyaa 12/10/2018 A.L.H hanga gaafa guyyaa 16/11/2018 A.L.H ti guyyaa hoji jiran keessatti Biiroo dhaabbatichaa dame jimma qaamaan deemuun bitaachuu ni dandeessu. Akkassumas kan Mana jireenyaa Godiina Arsii Magalaa Boqqojjii jiru ilaalchisee Harbuu Damee Boqqojjii qaamaan guyyaa 12/10/2018 hanga guyyaa 20/11/2018 A.L.H ti guyyaa hojii jiran keessatti Biiroo dhaabbatichaa deemuun bitaachu ni dandeessu

2. Dorgomaan caal baasii kamiyyuu ykn bakka bu'aan seeraa gatii ka'uumsa caal baasii dhibbentaa digdamii shan(25%) kabachiisa caalbaasitif kaffaltii maqaa dhaabatichaatiin karaa bankii kaffaluun CPO qabsisuum dorgommii caal baasii irratti hirmachhuu ni danda'u

3. Caalbaasiin akkataa sagantas/schedule baheetin bakka qabeenyaan wabumman qabametti kan taasifamu yoo ta'u abbaan qabeenya qabsisuu bakkichatti argamu ni danda's yoo kan hin argamne ta'ees bakka hin argamnetti caalbaasiin ni raawwatama.

4. Galmeen dorgomtoota caal baasii sa'aatii caal-baasichaa daqiqaa soddoma (30) dursee dhaabbaata.

5. Qabeenyaa caal baasiin gurguramuuf qophaayee ilaaluu dorgoman barbaade dursee kutaa Ogeessa seeraa dhaabatichaan wal qunnamuun caalbaasiin osoo hin adeemsifamiin guyyaa sadii dursee qabeenyicha ilaaluu ni danda'a.

6. Mo'ataan caalbaasii caalbaasii mo'achuu isaa guyyaa dhaabbatni xalayaa barresseef irraa eegalee guyyaa kudha shan (15) keessatti kaffältii caalbaasii gutummaan kaffalee xumuruun qabecnyicha ni simata,guyyaa ibsame keessatti kaffaltii rawwachuun yoo qabeenyicha hin simannee caalbaasin haqamuun qarshiin inni qabsisee dhaabatichaaf galii ta'ee caalbaasiin 2ffaan baha. Warreen caalbaasii hin milkoofne qarshiin isaan qabsisaa ni debi'aaf.

7. Kaffaltiin gibiraa motummaaf kaffalamu,kaffaltii liizii ture,taaxiin dabalataa jijjirraa maqaa fi baasiwwaan biroo bitataan ni aguuga.

8. Jijjirran maqaa gara nama caalbaasiin biteetti naanneessuuf dhaabatichi qaama motummaa dhimmi ilaalatuuf xalayaa ni barressa.

9. Dhaabbatichi wanta fooya'aa yoo argate mirgi caal baasii kan haqu kan eegameefidha

Gosa qabeenyaa

TL

Maqaa Ligeeffataa

Maqaa nama Qabeenyaa qabsisee

Bakka Manni jireenyaa kun itti argamu

Bal'ina lafaa

 

Tajaajila qabeenyaa

 

Lakk. Mirkaneessaa abbaa qabeenyummaa

 

Ka'uumsa gatii caalbaasi

Guyyaa fi sa'aatii Caalbaasiin itti gaggeffamu

Yeroo caal baasiin itti bahe

 

Adaanee Damee Daadhii

 

 

Adaanee Damee Daadhii

 

Magaalaa Boqqojjii

 

320M2 Kaaree

 

Mana Jireenyaa

 

13559/730/94

 

Kuma dhiibba saddeet kuma diigdma fi saddetamii jaha fi santtima afur. (820,086.4)

22/11/2018, A..LH guyyaa sa'aatii 4:00-5:00 tti

 

Yeroo jalqabataatif (caalbaasii 1ffaa

 

 

Asraat Badiruu Bartaa

 

Asraat Badiruu Bartaa

 

Magaalaa Jimmaa ganda Ginjoo

 

 

271.51Kaaree

 

Mana Jireenyaa

 

lakk.kartaa 6258/2015

 

 

Miliyoona tokkof kuma dhibba sadiif (..........)

17/11/2018guyyaa sa'aatii 4:00-5:00rti

 

Yeroo jalqabataatiif (caalbaasii 1ffaa

Odeffannoo dabalataaf:

Teessoon:Godiina Jimmaa Aanaa Saqqaa coqorsaa magalaa saqqaa Bankii Daldala Itoophiyaa Damee Saqqaa fulduratti qaamaan dhiyaachuun akka gaafatan jenna. Mana jireenyaa Godiina Arsii Magalaa Boqqojjii jiru ilaalchisee Harbuu Damee Boqqojjii qaamaan deemuun gaafachuu ni dandeessu.

 Dhaabbannii Maayikiro Faayinansii Harbuu


Tender details

  • Deadline: 2026-07-29
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid closing (note): guyaa fii sa,aatti isaa garagaraa
  • Bid opening: 2026-07-29 11:00
  • Bid opening (note): guyaa fii sa,aatti isaa garagaraa
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu
  • Bid bond: 25%
  • Bid document price: Qarshii 100.00
  • Published: Jun 18, 2026
  • Posted at: 2026-06-19T08:40:10.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders